Water Supply & Sewerage Office


Vision

Mul’atni Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Magaalaa Adaamaa, uummanni Magaalaa Adaamaa fi naannoo ishee hundi bishaan dhugaatii qulqullinni isaa eeggame argatee; akkasumas balfi dhangala’aa magaalaa gahumsaan maqfamee hawaasa fayya qabeessa fi misooma biyyaa keessatti qooda olaanaa gumaachuu danda’u arguu dha


Core Values

Duudhaalee Hojii Dhaabbatichaa:

  • Ittigaafatamummaa
  • Iftoomina
  • Tajaajila gahumsa qabu
  • Qophaa’ina jijjiiramaa
  • Aadaa fi duudhaalee hawaasaa kabajuu
  • Hirmaachisummaa

Our Location

  • Address: Around tel. office
  • Phone:
  • Fax:
  • Po. Box:
  • Email:
  • Website: